Pirojeltiin misooma koriidarii jirattonniiifi daldltoonni "kuma kudhaniin lakkaa'aman" akeekkachiisa muraasa ykn akeekkachiisa tokko malee akka ari'aman taasise "fedhii abbootiin qabeenyaa misooma invastimantiiratti bobba'uuf qaban daangessuu" gabaasni mootummaa Ameerikaa ibse.