Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaachuun ga’umsa dinqisiisaa agarsiise har’a Finfinnee galeera.Shaampiyoonaa Biskileettii addunyaa qopheessummaa Ruwaandaan Fulbaana 11 – 18, 2018tti gaggeeffameen jilli Itiyoophiyaa ida’amaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumureera.Addunyaarraa ammoo sadarkaa 7ffaan xumure.Salamoon Baqqalaatu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.