Hidhattoonni 'WBO' Horroo Guduruu Wallaggaatti akkamiin harka kennachuun galan?

Wait 5 sec.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti tibbana hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo hedduu meeshaa isaanii hiikkachuun mootummaatti harka kennachuu bulchaan Godinichaa BBCtti himan.