Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahirdaaritti hojii eegaleera.Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa, Ministira Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoolee biroon sagantaa eegalchiisa tajaajilichaarratti argamaniiru.Giddugalichi dhaabbilee 14 kan of keessatti qabate yoo ta’uu, tajaajiloonni 47 giddugala kanatti kan kennaman ta’uu saganticharratti ibsameera.Dassaalenyi Biraarraatu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.