Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa tahuun maal fayyada?

Wait 5 sec.

Bara 2026 jalqaba irratti Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa [WTO] tahuun ishee akka mirkanaa'u himamaa jira. Adeemsi kun maal irra gaheera?