Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu.Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister Yuunaayitiid ni keessummeessa.Sa’aatii 11:00 jalqabee immoo taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, Cheelsii – Biraayitan, Kiristaal Paalaas – Liiverpuul, Liidis Yuunaayitiid – Boornimaawuuz waliin yoo morkatan, Maanchiister Siitiin ammoo Barnileey waliin taphata.Galgala sa’aatii 1:30 eegalee Nootingahaam Forest – Sandarlaandi waliin, halkan sa’aatii 4:00 jalqabee Tootenhaam – Woolviis waliin morkatan.Boru waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Astoon Viilaan – Fuulhaam waliin kan falmatu yoo ta’u,galgala sa’aatii 12:30 jalqabee taphni Niwuukaasiil – Arsenaal keessummeessu ni eegama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.