Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uume – Dooktar Abiy Ahimad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uumeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Iddooleen bashannanaa mijataan, miidhagina hawwataa fi bakkeewwan walgahii ummataa qulqullina fooyya’aa qaban Dhirreetti dhugoomuu ibsan.Koriidarichi buufataalee Chaarjessa Konkolaattoota Elektirikaa magaalichaaf galii argamsiisan, Suuqiwwan, Kaafteeriwaan, akkasuma paarkiiwwan sadarkaa isaanii eeggatan kan guuttate ta’uu ibsan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.