Ajajaan Waliigalaa Humnoota Waraana Ameerikaa Jeneraal Raandii Joorj aangoo akka gadi dhiisan Peentaagoon gaafate
Read post on feeds.bbci.co.uk
Ministiirri Ittisaa US Piit Heegset Ajajaan Waliigalaa Humnoota Waraanaa Ameerikaa Jeneraal Raandii Joorj aangoo akka gadi lakkisan gaafate.