Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, har’a ganama daawwannaa hojiif Itiyoophiyaa kan dhufan Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog simachuun marii bu’aa qabeessaa taasifneerraa jedhan.Hariiroo Itiyoophiyaa fi Israa’el gidduu jirurratti hundaa’uun akkaataa tumsa waloo cimsuun danda’amu ilaallerraa jechuun ibsaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.