Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.Pireezidaanti Taayyeen gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin, daawwannaa hojiif Finfinneetti kan argaman Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waajjira isaaniitti simachuun mari’achuu ibsaniiru.Walitti hidhamiinsa seenaa fi aadaa biyyoota lameen giddu jirurratti mari’ataniiru.#Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.