Dr. Jiinenus Fiqaaduu hiyyummaa, hidhaa, xaxaa siyaasaa fi balaawwan adda addaa keessa darbuun baratee yeroo ammaa saayintistoota addunyaarratti hojiinsaanii akkaan barbaadamaa ta'e dhibbeentaa lama keessatti ramadameera.