Israa'el 'osoo hin eegamiin, haleellaa tasaa' Iraan irratti banuu ministtir ittisaa Israa'el beeksise.Miidiyaaleen Iraan ammoo magaalaa Teehraan keessatti dhohinsi jabaa sadii dhaga'amuu gabaasaniiru.