Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Waltajjii walfamii paartilee siyaasaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniin.Paartileen siyaasaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti dhimmoota garaagaraarratti falmii taasisu.Imaammataa fi tarsiimoo isaanii daangaa malee ummataaf dhiyeessu.Torbee kana Federaaliizimii fi Heera Mootummaarraatti:- Paartiin Badhaadhinaa Paartiin Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaaf Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf akkasumas Paartiin Gamtaa Nageenya Itiyoophiyaaf mata duree eeramerratti falmiin taasisan har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee filamaatawwan diijitaalaan, akkasuma halkan sa’aatii 3:00 jalqabee Raadiyoo fi Teeleeviizyiiniin ni dhiyaata.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.