Tiraamp haleellaan Iraan waan itti fufuuf 'duuti US kana caalaa ta'uu mala' jedhe

Wait 5 sec.

Wayita oppereeshiniin Iraan keessatti gaggeeffamutti sochiin waraanaa naaannicha keessatti waan itti fufuuf hanga "kaayyoon hunduu" milkaa'utti duuti US "kana caaluu mala" jedhe Tiraamp.